Channel
🟢Taphataan sarara ittisaa Arsenaal Wiliyaam Saaliibaan biyya hidda dhaloota isaa Kaameeroon magaala Duwaalaa daawwateera. Youtube 👇👇 📹https://bit.ly/4fYCXDk 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Burqaa…
🟢Faabriziyoo fi Floriyaan Plettenberg maxxansa jarri lamaan kun waraana keessa jiru jedhamee maxxanfame jalatti deebii waliif kennaa jiru😁 Youtube 👇👇 📹https://bit.ly/4fYCXDk �…
🟢Roodriin buru duugda isaa iratti kilinika Maadriid keessa jirutti yaalin akka taasifamuuf gabaafameera. Youtube 👇👇 📹https://bit.ly/4fYCXDk 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀�…
Plettigoal ammas dhimma Diyaamandee iratti wanti jijjirame hin jiru, PSGn moorkii kana keessaa bahuuf ibsuu isaaniin ala jechuun maxxanseera😁. Fabriziyoo fi kanneen biroo jijjiira…
Flags — countries where our network of observers on Telegram recorded this ad being shown in this channel. It's not the advertiser's targeting country: Telegram serves sponsored ads worldwide, and we simply note where the ad appeared in the feed. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; rare placements (under 5%) are collapsed into “+N”.
🟢Riyaal Maadriid taphatoota kana harkatti galfachuuf dhiyaateera. Roodrii qofatu isaan hafe, yeroo ammaa jijjiirraa Rodrii xummuruuf sochii akka eegalanis himameera. (COPE) Youtub…
▫️Al Hilaal Ilimaan Nijaaye Eveerton irraa fudhachuuf marii jalqabaniru. Faabriiziyoo Roomanoo Youtube 👇👇 📹https://bit.ly/4fYCXDk 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Burqa…
HERE WE GO Yaan Diyaamandeen garaa Riyaal Maadriiditi #Faabriiziyoo_Roomanoo Youtube 👇👇 📹https://bit.ly/4fYCXDk 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ …
🟢Gaalatasaray taphataa sarara fuunduraa AC Milaan Raafa'eel Liyaa'oo ergisaa mirga bituu waliin fudhachuuf gaafii dhiyeessaniiru. AC Milaan taphataa kana dhaabbin gadhiisuu barbaa…
