Channel
Miirota Sadan kanarraa of Eeggadhu ➊Gaafa ol kaatee fiixee milkaa'innaatti ol baate, boona qalbii irraa of eeggadhu. Boonni namoota sadarkaa milkii keetirra hin gahin akka ija tuff…
Dubbiilee Hayyoota Addunyaa 16: ▬▬▬▬▬▬▬ 1. "Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu, kanneen itti fayyadaman beektota qofa. " — (Thomas Takias) 2. "Sababa teessee ilaaltuuf namoonn…
𝕁𝔼ℂℍ𝔸 ℕ𝔸𝕄𝕆𝕆𝕋𝔸 𝕂𝔸ℕ𝔸 𝕊𝔸𝔻𝔼𝔼ℕ𝕀 𝔹𝔼𝔼𝕂𝕋𝕌? 👉1. Wanti tokko hamma hojjatamutti waan hin danda’amne sitti fakkaata. Yeroo baay’ee wanti tokko yeroo jalqabaaf si muda…
Dhaloonni baay'een warqii ta'uu isaanii wallaaluun warqii barbaadutti karaa fagoo imalu! Of qabaachuun kee warqii qabaachuu caala! Of qaalessi of hin tuffatin! Of kabaji! Yaada gad…
How advertisers reach Belgian audiences on Telegram — one of Europe's toughest gambling and ad-restriction regimes pushing operators offshore, a Dutch/French/German language split, and EU-regulated crypto and trading.
How advertisers reach Korean audiences on Telegram — the real-name banking regime that pushes activity offshore, one of the world's most intense retail-crypto cultures, gaming and esports adjacency, and won-denominated payment friction.
How brands advertise to US audiences on Telegram — the split between mainstream licensed operators and the offshore/crypto-native advertisers that dominate the channel, state-by-state betting law, SEC/CFTC constraints, and crypto-funded payment rails.
How Rollbit — the crypto-native casino and trading platform — advertises on Telegram. Creative analysis: RLB tokenomics, casino games, NFT lootboxes, crypto futures trading, and the Rollbit X platform.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.
Dafnee abdii kutachuu keenya irraa kan ka'e kaayyoo gurguddaa baay'ee karaatti ganne. Qofaa ta'uu malta. Namni si cina dhaabatee kallattii si argisiisu dhibuu danda'a. Deddeebitee …
Nikoolaas Tesilaa: jabaa harki daaraa ammaare! ✵Gaafa 𝑟𝑒𝑚𝑜𝑡𝑒'dhaan bakkuma jirtu teessee Tv irraa waan feete jijjiirrattu argannoo isaa fayyadamaa jirta. ✵Gaafa 𝑠𝑤𝑖𝑡𝑐ℎ f…
"Jireenya kootti guyyaa dabaluudhaaf hin fiigu, guyyaa kootti jireenya dabaluudhaaf fiiga malee." — Ronald Rock @Jechoota_Kakaumsaa1
Ani nama dogongoraan dhalateedha. Nama miti Waaqnuu waan na beeku miti.Ani nama dogongoraan dhalateedha. Namavmiti Waaqnuu waan na beeku miti. Maal jireenyi akkasii? Maal utuu dhal…
